Oromo Language Information from Emergency Management

Mana kee fi maatii kee qopheessi

Balaan yeroo tasaa quunnamuu danda'a. Kanaaf dursa qophaa'uun atii fi maatiin kee wal baraaruun barbaachisaa dha. Namni kamiyyuu gochaalee kanneen sadan kana gochuun garaagarummaa uumuun ni danda'ama. ·      

  • Karoorsuu - Yeroo balaan gahu maatiin hundi waliin jiraachuu waan hin malleef bakka nagaa qabeessa deemuuf dura karoorfachuun barbaachisaa dha; kunis akkamiin wal quunnamuun akka danda'amuu fi balaa booda eessatti akka wal argitan baruuf barbaachisaa dha.      
  • Kiitii qopheessuu - Balaa irraa of qolachuuf waan barbaachisu hundaa qopheeffachuu. Yoo xiqqaate bishaan, soorata, baatirii ifaa, uffata dabalataa fi ho'a gahaa argachuuf uffata galgalaa, gogaa fi kiitii gargaarsa duraa barbaachisa.      
  • Wal gargaaruu - Hiriyootaa fi ollaa kee waliin ta'uun wal gargaaruu  Liinkiin armaan gadii yeroo balaa maatii keetiif of qopheessuu irratti odeeffannoo dabalataa ni kennu.   

BULCHIINSA BALAA IRRAA ODEEFFANNOO AFAAN OROMOON KENNAME.

Emergency Management

Curry Mayer, Director
Address: 105 5th Ave S, Suite 300, Seattle, WA, 98104
Mailing Address: PO Box 34986, Seattle, WA, 98124-4986
Phone: (206) 233-5076
Fax: (206) 684-5998
OEM@Seattle.gov

Newsletter Updates

Subscribe

Sign up for the latest updates from Emergency Management

The Seattle Office of Emergency Management partners with the community to prepare for, respond to, and recover from disasters.

During an emergency go to www.seattle.gov for the latest information
EMERGENCY: Dial 911 | Non-Emergency Police: 206-625-5011 | Non-Emergency Fire: 206-386-1400